Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.39.0-wmf.25 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Gadget Gadget talk Gadget definition Gadget definition talk Finfinnee 0 3480 38095 37418 2022-08-19T09:22:04Z 196.190.61.46 wikitext text/x-wiki {{Magaalaa| | Maqaa = Finfinnee Oromiyaa
Shaggar
Addiis Ababaa | Alaabaa = | Asxaa uffata waraanaa = | Kaartaa = | Biyya = Itoophiyaa | Naannoo = Addiis Ababaa | Godina = Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee | Aanaa = Aqaaqii | Ganda = | Ol ka'iinsa = | Ballina = 527 km² | Baay'ina uummataa = 3 352 000 (2016) | Tuuta'insa ummataa = 5.165,1/km² }} '''Finfinnee'''n magaalaa guddoo mootummaa naannoo [[Oromiyaa]] fi akkasumas barcuma [[Gamtaa Afrikaa]]ti. ==Seenaa ganamaafi Moggaasa== Maqaan ''Finfinnee'' jedhu jecha ''<nowiki/>'Fin''' fi ''<nowiki/>'Finnee''<nowiki/>' jedhurraa kan dhufe yommuu tahu maqaa bishaan danfaa Hora handhuura magaalittii keessatti argamuun kan moggaafamteedha. Finfinneen maqaa seeraan beekamti argatee fi maqaa seenaan durii jalqabee itti waamamtuudha. Maqaan ishee kan biroo Shaggar yoo tahu, jaalalaa magaala kana irra qabani fi bareedina isii irraa ka'uun kan moggaafameedha. Finfinneen qubsuma gosa Oromoo damee [[Boorana]]a ilmaan [[Tuulamaa]] kan qe'ee tufaa Munaati. Tuulama keessaa gosti guddoo fi Hangafaa kan taate Galaantu irra jiraachaa ture. Qarqara kibba tulluu Cuqqaalaa irraa ka’ee Hawaas (Hawaash) cehuun hanga walakkaa Finfinneetti tamsa’ee jira. Gosti kun balbala baayyee of jalatti kan gabu yoo ta’u hanga Wallootti diriiree jira. Inni Lammaffaan Oboo Tuulamaa immoo Galaan irraa gara kaabattii Caffee Doonsaa irraa kaasee hanga Qarree-Gowwaa jedhamuttii diriiree kan jiru yoo ta’u, naannoo Finfinnee kan qubatee, ilma hangafaa Oboo kan ta’e gosa Gumbichuu yoo ta’u hanga kaabaa Finfinnee naannoo Caancotti jira. Oboon gosa gurguddaa 7 qaba. Yeroo ammaas Torban Oboo jedhamuun yaamamu.Ilmaan Oboo Finfinnee keessa warra jiran lamaan keessaa Gullallee Oboo fi Gullallee Beeroodha. Gullallee Oboo Finfinnee irraa kaasee gara kaabaa fi kaabaa dhihaatti diriiree hanga baha laga Mogoritti yoo ta’u gara kibbaatti immoo Galaan keessa gadi seenee jira. Inni sadeessoon immoo Eekkaa Oboo kan jedhamu Galaan irraa gara Kaabaa fi Gullallee irraa gara bahaatti laga Qabbanaawaa (Qabbannaa) irraa kaasee Finfinnee gara bahaa dhuunfatee hanga daangaa Gumbichuutti deema. Ilmaan sadii qaba. Lafti Finfinnee jedhamu kun bara Minilik keessa itti godaanuun qubsuma waraana fi maatii nafxanyootaa erga taate booda gara magaala guddiitti Empaayerittitti jijjiramee. Oromoonis bakka kana irraa buqqifamee gara kutaa adda addaatti faca’uuf fi gosoota naannoo sana jiranitti makamee ture. Ittii aanee Empaayerittii kan qabatees, bara Hayila Sillaasee, Shaggar babal’achaa deemuun, Oromoota buqqisee godaansisuu itti fufe. Fakkeenyaf bakki Gootaraa jedhamuu fii Fabrikaan Simmintoo ture sun bosaana dukkanaawaa fii Leenci keessaa baroodaa akka ture jaarsoleen dubbataa turan. Baruma bittaa H/Sillaasee kana naannoon Finfinnee kun “mannaggashaa Awuraajjaa” jedhama. Finfinneen kantiiban haa bultu malee, Awuraajjaa kana jala turte, awuraajjichis akkuma qaamaa Finfinneetti ilaalama ture. Babal’ifannaan mootota habashaa bara Dargiis itti fufuun sirumaa hanga Km 125(kiiloo meetira) ta’a jedhamee odeeffamaa ture, Oromoota buqqiisuun bara dargiisi itti fufee ture. Dabalataanis Shaggar karaa kibba Dhihaatin jahan(6n) Bachootin daangeffama. Kan jechuun warra Finfinnee/Shaggar keessaa gadi dhiibamanii, naannoo Sabbataa fi naannoo Furii turan dabalatee jechaadha. Jahan Bachoo jechuun ilmaan jahan Bachoo-Tuulamaa hore jechaadha. Fakkeenya Meettafi Subba sadeen (3n)fi kkf. Amma Bara wayyaanee buqqifamuun Oromoo itti hammaatee, Sababni isaa misooma maqaa jedhuun gurgurtaa lafaa irraa argamu maallaqa waan barbaadaniif, warra qabeenya qabanitti lafa maqaa liizii jedhuu hanga waggaa 99ti kontiraata gurguruuf waan ta’eef. Karoora Wayyaanee “Ammisti Amata Pilaan” jedhuu inni jalqabaa ganda qonnaan bulaa Oromoo naannoo Shaggar 27 Finfinneetti dabalee karoorfatee ture. Karoora waggaa shanii inni lammaaffaan immoo, gara Onaatti (waraadaaletti) cehee karoorfate. Karoorri waggaa shanii inni 3ffaa fi amma keessa jirruu fii dhumaa jiru kun immoo gara Zoonitti cehee, gara Onaa (waradaalee) jahaa Finfinneetti dabaalee ture. Amma lafti zoonii kana keessaa guguramee, Oromoon buqqa’ee dhumee jennaan, Maqaa “Zoonii addaa” jedhuu irraa haqanii qaama Finfinnee taasisuun, karoora waggaa shanii isa itti aanu qopheefachuuf ture. Kanaaf Karoorri waggaa shanii wayyaanee inni ittii aanuu kan karoorfamu “Zoonii Addaa” irraa gara “Kutaa addaa” jedhamaa. ===Qe'ee Finfinnee=== * Caffeen Tuulamaa kan bulaa turte gooticha Oromoo Tufaa Munaan ta`uu * Birbirsa fi Manni Gullallee kan bulchaa ture Qajeelaa Dooyyo * Teechoo kan bulchaa ture Guddataa Araddoo * Boolee Kan bulchaa ture Shubu Ejersaa * Boolee Bulbulaa kan bulchaa ture Soraa Lomee * Kolfee kan bulchaa ture Axale Jatanii * Qaraniyoo/Dalattii kan bulchaa ture Jamo Dabalee * Jarsaye kan bulchaa ture Galatee Ashate * Yakkaa kan bulchaa ture Abeebee Tufa ===Karra Shanan Finfinnee=== # Karra Qirxi – karra gara kaaba geessu # Karra Qoree – karaa Jimmatti geessu # Karra Allo- Karaa Walloo/Daseetti nama geessu # Karra Qaallu/Qaallitti- karaa Bsiooftuutti nama geessu # Karra Gafarsaa- Gara dhiyaatti nu geessu ===Ona bulchiinsa Finfinnee=== * Ona Caffee Tumaa : Finfinnee – Hora saawwan gullallee fi galaan araabaa turan amma bakka Filwuha jedhamu ssana. : Hurufa Boombii- Bakka maqaan ammaa jaanmedsaa, Embasii Egypt, Hospitaala minilik, bakka qubtuma waraanaa isaanii godhatan dha. : Dirree Caffee Araaraa- Bakka amma Yuniversity kilo jaha/sidist kilo/, Hospitaala Yakkaatiti 12 jedhamu dabalatee fi naannoo isaa jiru dha. : Dhummuggaa – bakka amma Ginfillee jedhamu irra ture. : Keelloo Masqalaa- Bakka amma kilo yuniversity kiiloo Afur jiruu, parlaamaa, Bataskaana qiddist Maramii, fi qiddist Sillasee, bakka amma baasha waldeechilot jedhamu, fi bakka amma xiyyit beet jedhamu. : Tulluu Heexoo Diimtuu – bakka amma masaraan mootummoota habashaa jiru, taboti gabrelii jiruu, buufata polisaa 6eessa fi bakka baahitaa jidhamu. : Dhaka Araara – Bakka amma fit berr, bakka police garaj jedhamu, bakka amma hooteelli sharaatan jiru, bakka etege mask jedhamu, fi bakka amma hoteelli hilton jiru. : Qarsaa- kun ammoo bakka amma kasanchis jedhamu irraa kaasee haga xizzit bet jedhamutti ammata : Awwaaroo- bakkuma amma awwaaroo jedhamu dha : Hulluuqo kormaa- bakka amma bataskaanni esxifanos jedhamu jiru, bakka amma masqal addababay jedhamu, fi bakka amma raas birru safar jedhamu ammata. : Hora finfinnee- bakka amma filwuha jedhamee beekamu, bakka mana masaraa mootummaa isa lammaffaa fi awwaaree dabalata. : Dolloo Biddeena – bakka amma baqlo beet,gotaraa fi walloo safar jedhamu : Dabaso – bakka amma lagahar mashulakiyaa jedhamu. : Haada Amma – bakka amma teelee Garaje, bataskaana carqos jedhamu jiru kana turan. * Ona birbirsa yaa´i goroo : Waddeessa – bakka amma pizassaa, charchar godanaa, fi araadaa giyorgis jedhamu kana : Maarama Birbirsa – bakka amma bataskaanni gorgis jiru * Ona qarsaa :Hurufa Raaree – bakka amma buufati konkolaataa dhaabbatu, bakka amma raas ganamee safar jedhamu fi addisuu mikaêl dabalatu dha. : Sokorru – Bakka amma hospitaala Amanu´el jiru, bakka amma dhaabbii midhanii(ehil baranda), masalamizaa, fi kuas meedaa jedhamu ammata. : Sulula garbii – Bakka amma taklahymanot fi cid tara jedhamee beekamu ture, : Garbi – bakka amma sangaa tara fi ambaxxa makkalakayaa jiru sana dha, : Qarsaa – bakka amma markaatoo jedhamu, amerikaan gibbii, fi masgiida Anuwaar isa gudda fi naannoo isaa dabalata. : Baro Kormaa – bakka amma gollaa mika´el, ras tasamma safar, hospitaala xiqur ambassaa, fi bakka waajirrii dhimma daangaa cehuu (imegrashin) jedhamu ammata. : Dache Golbaa – bakka amma addis katamaa jedhamu kana * Ona gullallee ykn mana Gullallee : Adaamii- bakka amma bataskaanni rufaa´el jedhamu jiru, sameen mazagajaa, fi sameen total jedhamn fi naannoo ishee ammata :Didiimtu – bakka amma shogolee jedhamee beekamu ammata. : Qaallee – Bakka amma askoo jedhamu : Fiichee – Bakka amma dahannoo xaliyaani ykn xaliyaan mishig jedhamu. : Kattaa – ammas kattaa jedhaama : Burayyuu – Bakka amma burrayyuu, fi gafarsaa jiru dha, : Harbuu Irreechaa – bakka amma raas hayiluu safar jedhamu * Ona Abbichu : Burqaa Ejeree – Bakka amma enxooxxoo kidana mirat jedhamu, fi bakka amma Imbasiin faransaay irra qubatee fi naannoo isaa. : Baddaa Ejersaa – Bakka amma Iyyasuus ras kaasaa safar jedhamu : Huruma – Bakka amma Imbaasiin Faransaz, Xalizaani fi bataskaanni Aabboo jedhamu jiru ammata : Ona xiixaa (enxooxxoo) : Haxxee laalii – bakka amma shiroo meedaa fi enxooxxoo maramiin jiran fi naannoo isaa ammata : Muujjaa – bakka amma shiroo meedaa jiru keessatu itti waamama. : Waayyuu – bakka amma qacanee madanalam jedhamu ture : Karaa Qorxii – bakka amma balay yallaqaa mangad jedhamuu fi samen bar jedhamu ammata. * Ona ekkaa : Burqaa Qorichaa – Bakka amma yakkaa mika´el xabal, laga qabbana, fi lga daadhii jiran dabalata : Karaa alloo riqicha – Bakka amma Imbasiin engiliz, Imbasiin Jarmany, fi Imbasiin Raashaa jiran dabalata. : Harbuu – bakka amma gurd shoolaa jedhamu dha : Kotabee – Ammas kotabee jedhama : Doqaa Booraa – Bakka amma haya hulat mazoriyaa jedhamu dabalata *Ona Boolee : Garjii – Ammas garjii dhumaan beekama : Bulbulaa – Ammas Bulbulaa dhan beekama : Warra ganuu – Ammas warra ganuun beekama * Ona Teechoo : Golboo – bakka amma Marqos, warshaa qadaaddi (qorkii), qaallitti, qeeraa, gofaa jedhaman ammata. : Lumee – bakka amma bataskaana yooseef jiru kana dabalata : Laaftoo Tumtuu – bakka amma bunnaa bord jedhamu ammata : Jaajaa – bakka amma biheere tsigee jedhamu ammata : Tulluu ejersaa – bakka amma hannaa marizaam jedhamu ammata : Tulluu dheertuu – bakka amma gofaa beetamangist jedhamu ammata : Baaboo – bakka amma addisuu qeeraa jedhamu dabalata : Sammuu Gullallee – bakka amma meettaa darichaa jedhamu ammata * Ona Caffee Annanii : Caffee muudaa – Bakka amma manni murtii ol aanaa jiru (lidataa) ammata :Harbuu – Bakka amma meksikoo, mana barnoota tagbaara id jiru, mana adabaa finfinnee, bakka saar bet jedhamu, bakka geejjaa safar jedhamu, mana barnootaa dajjaa baalchaa, bakka oomisha dhugaatii wazin xajji, bakka oomisha kokaa kollaa dabalata, : Harawaa – bakka amma oomishini haadaa jiru ( qaacaa fabrika) jedhamu dabalata. * Ona Jaarsayu : calcali – bakka amma sar bet jedhamu dabalata : Mardee – bakka amma arogee awropilan marefiza, midir xor, ganda tolasaa, fi raphii jedhaman ammata : Bakkanniisa – bakka amma makkaanisaa jedhamee waamamu dha. * Ona Kolfee : Daalattii – bakka amma qaraniyoo jedhamee waamamu, : Labu – bakka amma siga meeda, taxaq xor safar jedhamu ammata : Xaro – bakka amma axanaa taraa fi faxino darash jedhamu ==Weerara Finfinnee== Hawaasin warra Amaaraa Manze jalqaba jaarraa 18ffaa tti babal'achuu jalqabee, bara Sahle Sellassie, jechuun akaakayyu Menelik mootummaa dhaabbate. Sahle Sillaseen Motomaa Manzee ykn Shawaa bara 1813 amma 1847tti waggaa 34 bitee. Waggaa-waggaatti si'a lama ykn sadii Oromoota ollaa isaa turan weeraraa kan ture Sahle Sellaaseen, akkuma bare bara 1843 keessa Finfinne weerare. Namtichi Major W. C. Harris jedhamu, mootummaa Inglizii irra Sahlee Sillaaseetti ergamee, baatii 18fi Sahle Sillaasie wajjiin yeroo turetti weerara Sahle Sellaaseen Oromoo irratti geggeessaa ture dukaa deeme argee, hubatee, macaafa "The Highlands of Aethiopia (1844)", jedhamu barreesse. Harris kitaaba isaa keessatti kutaa ''Bobbaa boojii fi Saaminsaa (saamichaa)'' jedhu jalatti wa’ee Finfinne yeroo gabaasu "tikeen saanii, balaa itti dhufaa jiru hin beekne; hidhatani hin baane; nagaan loonsaani tiksata jiru; inni kaani maasi-isaa keessaa hoji-isaa hojjetataa jira; maatiin isaanii weeddisaa mana bira dalagatu; aduu dhihuuf deemti, laafaf mukni ifaa shee gammaachuu gudaan waan calaqsani fakkaata. Garuu osoo aduun hin seenin, badii guddaan biyya kanairra diriisuuf, warri akka bineesaa nama nyaatani kumaataman itti dhangala’a jiru" jedhun ture. Sahle Sillaaseen Nafis abbaa iisaatiin yeroo gabaabaaf erga mar'atee booda, gara waraanasa isaatti galagalee, "Waaqin abbootii keenya, nu ha jabeessu!" jedhee ibidda fi meesha waraanaan akka Oromo irratti bobba'an ajaje. Warranni Amaaraa, otoo Oromoon hinbekini akka galaanaa ganda Oromoo irra dhangala'e. Oromoota lubbusaanii baasuuf baqatan ari'aa, midhaan ga'ee ala jiru barbadeessaa, loon ala dheedaa jiru ooffachaa biyyaa Oromoo balleessuu eegalan. Ibiddi isaan mana fi qabeenya naannoo weeraran kanatti qabsiisanii fagoo mul'ata ture. Aarri manaaf midhaan gubatu gama-gamatti lafaaf waaqa kan dukkaneesse ture. Yeroo gabaabaaf erga boqotanii booda biyya Ekkaa [Yakkaa] Oromoo, kan duraan barbadeessanii dabran keessa, bobbaasaanii itti fufan. Sa'aa 14 farda fi gaangoon gara maaylii 50 erga deemanii booda waraanichi boqotuuf dachaa Yakkaa keessa buufate. Fardi fi gaangoon hiikaman midhaan ga'ee ala dhaabbatu keessa gad-dhiifaman. Loon kuma hedduun lakkaawwamu, karaa dheeraa oofamee kan dhufe walitti qabanii erga iddoo tokkotti itisani booda, Sahle Silaaseen gammachuu guddaan halkan sanaf bakkaa bulu qabate. Wae’ee lafa bulti waraana Amaraa yaggu katabu Harris akkana jedha: Sagaleen lafa bultii isaaniti halkan gutu dhaga’amu waan raajitti: Karaa tokko sagalee loon Oromoo goolamee, iyyaaf booyicha durbaa fi dubartii Oromoo booji’aan itti roorrisaa jiruu yaggu ta’u; kara gara biraa moo kanatti makamee kan gurraa nama dhuuchu, abidda marsee, fooni dheedhi hoori saame nyaachaa 'fukkaraa' fi 'qarartoo' waraani Amaaraa godhaa bulee dha. Sagalee kanatti dabalame hirriba kan nama dhorgu, abidda gamaaf gamatti mandaroota Oromootti gubaa jiru halkan gutuu biyya akka gucaa ibsaa bulusaati jedha. Waggaa 40 caalaa Saahile Sillaaseen Oromoo sama turee bara 1847 keessa ni du'e. Achii booda kan ilma isaa kan Hayilee Melekot tu itti aane. Innis Oromoo hadamsee samuu itti fufe..Garuu bara dheera hin jiraanne. Bara 1855 ni du’e. Waggaa kudhan booddee ilmi isaa Minilik nugusa shawwaa ta'e. Saahile Sillaaseen deebi'e deddeebi'e Ormoo ha wareeru malee, biyya Oromoo qabachuus ta'e keessa turuu hin dandeenye. Qawwee Oromoon hinqabane haa qabatuu malee, Oromoo mo’ee of jallatti bulchuu hindandenyee. Eega kan Saahile Sillaaseen dadhabe Miniliki raawwachuu danda'e. Oromoo weraree saamuu qofaa utuu hinta'in, biyya Oromoo koloneefachuu danda'e. Oromiyaatti mootumaa isa babaldhisaa, Minilik jalqaba bara 1881 dhufee qarree Inxooxxoo irratti teessoo ijaarate. Achi qubachuunsaa lammii Oromoo kan humna Amaraan hin cabin naannoo sana waan jiraniif loltuu isaanirraa of eeguuf ture. Hata'u malee gargaarsa ganntuu lammi kan akka Goobanaa qabatee wagga yartu booda Oromota nannoo Finfinne mo’u danda’e. Egaa kana booda, Minilik Inxooxxoo dha gad bu’e magaalaa isaa Finfinne irratti ijaarachuu kan danda'e. Lafa Oromoo balabatoota Habashaa fi loltuu isaaf hiree, bara baraan magaalaan babal'achaa dhuffe. Ilmaan Oromoo kan kumaatamaan lakkaawaman qe'ee isaaniiti akka buqa'an godhaman. Lammiin Oromooo qe'ee isaaniitii buqa'an hedduun gara kibba deeman. Kaan gara lixaatti godaanan. Wa’ee Finfinnen Menelikiin qabamuu, Oromoo tokko 'Inxooxxoo dhaabatani' jedhee kan aarii isaa geerarsaan dhageessise dhaloota dhalootatti darbee jira. Geerarsisaa akkas jedha: Inxooxxo dhaabatanii Caffee gadi ilaaluun hafe Finifinnee loon geesaani Hora obaasuun hafe Tulluu Daalattii irraatti Yaaiin Gullallee hafe Gafarsattii darbanii Qoraan cabsachuun hafe Hurufa Boombii irraatti Jabbiilee yaasuun hafe Bara jarrii dhufani Loon keenyas indhumani Eddaa Mashashaan dhufee Birmadummaanis hafe! ==Teessuma lafaa== Finfinnee kan argamtu lafa olka'aa 2200 m fi naannoo magariisatti argamti.<ref>{{cite web|url=http://earth-info.nga.mil/gns/html/cntry_files.html |title=NGA: Country Files |publisher=Earth-info.nga.mil |accessdate=5 May 2012 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20120504031911/http://earth-info.nga.mil/gns/html/cntry_files.html |archivedate=4 May 2012 }}</ref> Gara gajjallaa [[Mount Entoto]] fi laga [[Awash River|Awash]] argama. Gara gadi aanaan ammoo kan jiru naannoo [[Bole International Airport]]iti. Finfinneen Kibbaan qixa galaanaatiin 2326m fi 3000m gara [[Entoto Mountains]] Kaabaatiin kan olka'u. ==Qoqqoodama bulchiinsa magaalaa Finfinnee== Bulchiinsi magaalaa Finfinne kutaalee bulchiinsa Magaalaa 10tti qoqqoodamtee bulaa kan jirtuudha. Kutaa Magaalaa 10 fi Aanaale 106 qabdi.<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/site-map |title=Finfinnee city website (site map, see the list in "Sub Cities" section) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20130703072415/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/site-map |archivedate=3 July 2013 }}</ref><ref>{{cite web|url=http://www.unhabitat.org/downloads/docs/9175_77451_Cities_and_CitizensSeries_Addis_casablanca_Lagos.pdf |archive-url=https://web.archive.org/web/20110424214620/http://www.unhabitat.org/downloads/docs/9175_77451_Cities_and_CitizensSeries_Addis_casablanca_Lagos.pdf |dead-url=yes |archive-date=24 April 2011 |title=Article at unhabitat.org (map of Finfinne, page 9) |format=PDF |date= |accessdate=11 December 2013}}</ref> ===Kutaa maagaalaa=== Kutaalee magaagalittii 10 armaan gadii tarreefamaniiru. {| class="wikitable sortable" |- ! style="width:10px;"| Kaaba ! style="width:120px;"| Kutaa Magaalaa ! style="width:50px;"| Baldhina (km²) ! style="width:70px;"| Baayi'ina Ummataa ! style="width:50px;"| Quubsuma ! style="width:40px;"| Kaartaa |- |
1
|'''[[Kutaa Magaalaa Dache Golbaa(Aaddis Katamaa)]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/addis-ketema |title=Addis Ketema page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20121214061013/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/addis-ketema |archivedate=14 December 2012 }}</ref> |
7.41

271,644

36,659.1

[[File:Addis Ketema (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Addis_Ketema_(Finfinne_Map).png]]

2
|'''[[Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/akaky-kaliti |title=Akaky Kaliti page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131016180544/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/akaky-kaliti |archivedate=16 October 2013 }}</ref> |
118.08

195,273

1,653.7

[[File:Akaky Kaliti (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Akaky_Kaliti_(Finfinne_Map).png]]

3
|'''[[Kutaa Magaalaa Araadaa|Arada]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/arada |title=Arada page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20130111095049/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/arada |archivedate=11 January 2013 }}</ref> |
9.91

225,999

23,000

[[File:Arada (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Arada_(Finfinne_Map).png]]

4
|'''[[Boolee Arraabsaa|Boolee]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/bole |title=Bole page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131125164847/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/bole |archivedate=25 November 2013 }}</ref> |
122.08

328,900

2,694.1

[[File:Bole (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Bole_(Finfinne_Map).png]]

5
|'''[[Gullallee]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/gullele |title=Gullele page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131105012355/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/gullele |archivedate=5 November 2013 }}</ref> |
30.18

284,865

9,438.9

[[File:Gullele (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Gullele_(Finfinne_Map).png]]

6
|'''[[Carqoos]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/kerkos |title=Kirkos page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131203150930/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/kerkos |archivedate=3 December 2013 }}</ref> |
14.62

235,441

16,104

[[File:Kirkos (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Kirkos_(Finfinne_Map).png]]

7
|'''[[Kolfee]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/kolfe-keranio |title=Kolfe Keranio page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131203150937/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/kolfe-keranio |archivedate=3 December 2013 }}</ref> |
61.25

546,219

7,448.5

[[File:Kolfe Keranio (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Kolfe_Keranio_(Finfinne_Map).png]]

8
|'''[[Lideta]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/lideta |title=Lideta page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131203151026/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/lideta |archivedate=3 December 2013 }}</ref> |
9.18

214,769

23,000

[[File:Lideta (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Lideta_(Finfinne_Map).png]]

9
|'''[[Laaftoo Tumtuu]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/nifas-silk-lafto |title=Nifas Silk-Lafto page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20130104181414/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/nifas-silk-lafto |archivedate=4 January 2013 }}</ref> |
68.30

335,740

4,915.7

[[File:Nifas Silk-Lafto (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Nifas_Silk-Lafto_(Finfinne_Map).png]]

10
|'''[[Eekkaa]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/yeka |title=Yeka page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131203151103/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/yeka |archivedate=3 December 2013 }}</ref> |
85.46

337,575

3950.1

[[File:Yeka (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Yeka_(Finfinne_Map).png]]
|} == Wabii == ==Geessitu alaa== *[http://www.voicefinfinne.org/AfaanOromo/Seenaa/mb_ao.html Seenaa Finfinne] {{Qoqooddama Itoophiyaa}} {{Oromiyaa}} [[Category:Magaalota Oromiyaa, Itoophiyaa]] [[Category:Magaalota Itoophiyaa]] e2g682jtjyab60vcxlkjuiq705sucz4 38096 38095 2022-08-19T09:36:41Z 196.190.61.46 wikitext text/x-wiki {{Magaalaa| | Maqaa = Finfinnee Oromiyaa
Shaggar
Addiis Ababaa | Alaabaa = | Asxaa uffata waraanaa = | Kaartaa = | Biyya = Itoophiyaa | Naannoo = Addiis Ababaa | Godina = Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee | Aanaa = Aqaaqii | Ganda = | Ol ka'iinsa = | Ballina = 527 km² | Baay'ina uummataa = 3 352 000 (2016) | Tuuta'insa ummataa = 5.165,1/km² }} '''Finfinnee'''n magaalaa guddoo mootummaa naannoo [[Oromiyaa]] fi akkasumas barcuma [[Gamtaa Afrikaa]]ti. ==Seenaa ganamaafi Moggaasa== Maqaan ''Finfinnee'' jedhu jecha ''<nowiki/>'Fin''' fi ''<nowiki/>'Finnee''<nowiki/>' jedhurraa kan dhufe yommuu tahu maqaa bishaan danfaa Hora handhuura magaalittii keessatti argamuun kan moggaafamteedha. Finfinneen maqaa seeraan beekamti argatee fi maqaa seenaan durii jalqabee itti waamamtuudha. Maqaan ishee kan biroo Shaggar yoo tahu, jaalalaa magaala kana irra qabani fi bareedina isii irraa ka'uun kan moggaafameedha. Finfinneen qubsuma gosa Oromoo damee [[Boorana]]a ilmaan [[Tuulamaa]] kan qe'ee tufaa Munaati. Tuulama keessaa gosti guddoo fi Hangafaa kan taate Galaantu irra jiraachaa ture. Qarqara kibba tulluu Cuqqaalaa irraa ka’ee Hawaas (Hawaash) cehuun hanga walakkaa Finfinneetti tamsa’ee jira. Gosti kun balbala baayyee of jalatti kan gabu yoo ta’u hanga Wallootti diriiree jira. Inni Lammaffaan Oboo Tuulamaa immoo Galaan irraa gara kaabattii Caffee Doonsaa irraa kaasee hanga Qarree-Gowwaa jedhamuttii diriiree kan jiru yoo ta’u, naannoo Finfinnee kan qubatee, ilma hangafaa Oboo kan ta’e gosa Gumbichuu yoo ta’u hanga kaabaa Finfinnee naannoo Caancotti jira. Oboon gosa gurguddaa 7 qaba. Yeroo ammaas Torban Oboo jedhamuun yaamamu.Ilmaan Oboo Finfinnee keessa warra jiran lamaan keessaa Gullallee Oboo fi Gullallee Beeroodha. Gullallee Oboo Finfinnee irraa kaasee gara kaabaa fi kaabaa dhihaatti diriiree hanga baha laga Mogoritti yoo ta’u gara kibbaatti immoo Galaan keessa gadi seenee jira. Inni sadeessoon immoo Eekkaa Oboo kan jedhamu Galaan irraa gara Kaabaa fi Gullallee irraa gara bahaatti laga Qabbanaawaa (Qabbannaa) irraa kaasee Finfinnee gara bahaa dhuunfatee hanga daangaa Gumbichuutti deema. Ilmaan sadii qaba. Lafti Finfinnee jedhamu kun bara Minilik keessa itti godaanuun qubsuma waraana fi maatii nafxanyootaa erga taate booda gara magaala guddiitti Empaayerittitti jijjiramee. Oromoonis bakka kana irraa buqqifamee gara kutaa adda addaatti faca’uuf fi gosoota naannoo sana jiranitti makamee ture. Ittii aanee Empaayerittii kan qabatees, bara Hayila Sillaasee, Shaggar babal’achaa deemuun, Oromoota buqqisee godaansisuu itti fufe. Fakkeenyaf bakki Gootaraa jedhamuu fii Fabrikaan Simmintoo ture sun bosaana dukkanaawaa fii Leenci keessaa baroodaa akka ture jaarsoleen dubbataa turan. Baruma bittaa H/Sillaasee kana naannoon Finfinnee kun “mannaggashaa Awuraajjaa” jedhama. Finfinneen kantiiban haa bultu malee, Awuraajjaa kana jala turte, awuraajjichis akkuma qaamaa Finfinneetti ilaalama ture. Babal’ifannaan mootota habashaa bara Dargiis itti fufuun sirumaa hanga Km 125(kiiloo meetira) ta’a jedhamee odeeffamaa ture, Oromoota buqqiisuun bara dargiisi itti fufee ture. Dabalataanis Shaggar karaa kibba Dhihaatin jahan(6n) Bachootin daangeffama. Kan jechuun warra Finfinnee/Shaggar keessaa gadi dhiibamanii, naannoo Sabbataa fi naannoo Furii turan dabalatee jechaadha. Jahan Bachoo jechuun ilmaan jahan Bachoo-Tuulamaa hore jechaadha. Fakkeenya Meettafi Subba sadeen (3n)fi kkf. Amma Bara wayyaanee buqqifamuun Oromoo itti hammaatee, Sababni isaa misooma maqaa jedhuun gurgurtaa lafaa irraa argamu maallaqa waan barbaadaniif, warra qabeenya qabanitti lafa maqaa liizii jedhuu hanga waggaa 99ti kontiraata gurguruuf waan ta’eef. Karoora Wayyaanee “Ammisti Amata Pilaan” jedhuu inni jalqabaa ganda qonnaan bulaa Oromoo naannoo Shaggar 27 Finfinneetti dabalee karoorfatee ture. Karoora waggaa shanii inni lammaaffaan immoo, gara Onaatti (waraadaaletti) cehee karoorfate. Karoorri waggaa shanii inni 3ffaa fi amma keessa jirruu fii dhumaa jiru kun immoo gara Zoonitti cehee, gara Onaa (waradaalee) jahaa Finfinneetti dabaalee ture. Amma lafti zoonii kana keessaa guguramee, Oromoon buqqa’ee dhumee jennaan, Maqaa “Zoonii addaa” jedhuu irraa haqanii qaama Finfinnee taasisuun, karoora waggaa shanii isa itti aanu qopheefachuuf ture. Kanaaf Karoorri waggaa shanii wayyaanee inni ittii aanuu kan karoorfamu “Zoonii Addaa” irraa gara “Kutaa addaa” jedhamaa. ===Qe'ee Finfinnee=== * Caffeen Tuulamaa kan bulaa turte gooticha Oromoo Tufaa Munaan ta`uu * Birbirsa fi Manni Gullallee kan bulchaa ture Qajeelaa Dooyyo * Teechoo kan bulchaa ture Guddataa Araddoo * Boolee Kan bulchaa ture Shubu Ejersaa * Boolee Bulbulaa kan bulchaa ture Soraa Lomee * Kolfee kan bulchaa ture Axale Jatanii * Qaraniyoo/Dalattii kan bulchaa ture Jamo Dabalee * Jarsaye kan bulchaa ture Galatee Ashate * Yakkaa kan bulchaa ture Abeebee Tufa ===Karra Shanan Finfinnee=== # Karra Qirxi – karra gara kaaba geessu # Karra Qoree – karaa Jimmatti geessu # Karra Allo- Karaa Walloo/Daseetti nama geessu # Karra Qaallu/Qaallitti- karaa Bsiooftuutti nama geessu # Karra Gafarsaa- Gara dhiyaatti nu geessu ===Ona bulchiinsa Finfinnee=== * Ona Caffee Tumaa : Finfinnee – Hora saawwan gullallee fi galaan araabaa turan amma bakka Filwuha jedhamu ssana. : Hurufa Boombii- Bakka maqaan ammaa jaanmedsaa, Embasii Egypt, Hospitaala minilik, bakka qubtuma waraanaa isaanii godhatan dha. : Dirree Caffee Araaraa- Bakka amma Yuniversity kilo jaha/sidist kilo/, Hospitaala Yakkaatiti 12 jedhamu dabalatee fi naannoo isaa jiru dha. : Dhummuggaa – bakka amma Ginfillee jedhamu irra ture. : Keelloo Masqalaa- Bakka amma kilo yuniversity kiiloo Afur jiruu, parlaamaa, Bataskaana qiddist Maramii, fi qiddist Sillasee, bakka amma baasha waldeechilot jedhamu, fi bakka amma xiyyit beet jedhamu. : Tulluu Heexoo Diimtuu – bakka amma masaraan mootummoota habashaa jiru, taboti gabrelii jiruu, buufata polisaa 6eessa fi bakka baahitaa jidhamu. : Dhaka Araara – Bakka amma fit berr, bakka police garaj jedhamu, bakka amma hooteelli sharaatan jiru, bakka etege mask jedhamu, fi bakka amma hoteelli hilton jiru. : Qarsaa- kun ammoo bakka amma kasanchis jedhamu irraa kaasee haga xizzit bet jedhamutti ammata : Awwaaroo- bakkuma amma awwaaroo jedhamu dha : Hulluuqo kormaa- bakka amma bataskaanni esxifanos jedhamu jiru, bakka amma masqal addababay jedhamu, fi bakka amma raas birru safar jedhamu ammata. : Hora finfinnee- bakka amma filwuha jedhamee beekamu, bakka mana masaraa mootummaa isa lammaffaa fi awwaaree dabalata. : Dolloo Biddeena – bakka amma baqlo beet,gotaraa fi walloo safar jedhamu : Dabaso – bakka amma lagahar mashulakiyaa jedhamu. : Haada Amma – bakka amma teelee Garaje, bataskaana carqos jedhamu jiru kana turan. * Ona birbirsa yaa´i goroo : Waddeessa – bakka amma pizassaa, charchar godanaa, fi araadaa giyorgis jedhamu kana : Maarama Birbirsa – bakka amma bataskaanni gorgis jiru * Ona qarsaa :Hurufa Raaree – bakka amma buufati konkolaataa dhaabbatu, bakka amma raas ganamee safar jedhamu fi addisuu mikaêl dabalatu dha. : Sokorru – Bakka amma hospitaala Amanu´el jiru, bakka amma dhaabbii midhanii(ehil baranda), masalamizaa, fi kuas meedaa jedhamu ammata. : Sulula garbii – Bakka amma taklahymanot fi cid tara jedhamee beekamu ture, : Garbi – bakka amma sangaa tara fi ambaxxa makkalakayaa jiru sana dha, : Qarsaa – bakka amma markaatoo jedhamu, amerikaan gibbii, fi masgiida Anuwaar isa gudda fi naannoo isaa dabalata. : Baro Kormaa – bakka amma gollaa mika´el, ras tasamma safar, hospitaala xiqur ambassaa, fi bakka waajirrii dhimma daangaa cehuu (imegrashin) jedhamu ammata. : Dache Golbaa – bakka amma addis katamaa jedhamu kana * Ona gullallee ykn mana Gullallee : Adaamii- bakka amma bataskaanni rufaa´el jedhamu jiru, sameen mazagajaa, fi sameen total jedhamn fi naannoo ishee ammata :Didiimtu – bakka amma shogolee jedhamee beekamu ammata. : Qaallee – Bakka amma askoo jedhamu : Fiichee – Bakka amma dahannoo xaliyaani ykn xaliyaan mishig jedhamu. : Kattaa – ammas kattaa jedhaama : Burayyuu – Bakka amma burrayyuu, fi gafarsaa jiru dha, : Harbuu Irreechaa – bakka amma raas hayiluu safar jedhamu * Ona Abbichu : Burqaa Ejeree – Bakka amma enxooxxoo kidana mirat jedhamu, fi bakka amma Imbasiin faransaay irra qubatee fi naannoo isaa. : Baddaa Ejersaa – Bakka amma Iyyasuus ras kaasaa safar jedhamu : Huruma – Bakka amma Imbaasiin Faransaz, Xalizaani fi bataskaanni Aabboo jedhamu jiru ammata : Ona xiixaa (enxooxxoo) : Haxxee laalii – bakka amma shiroo meedaa fi enxooxxoo maramiin jiran fi naannoo isaa ammata : Muujjaa – bakka amma shiroo meedaa jiru keessatu itti waamama. : Waayyuu – bakka amma qacanee madanalam jedhamu ture : Karaa Qorxii – bakka amma balay yallaqaa mangad jedhamuu fi samen bar jedhamu ammata. * Ona ekkaa : Burqaa Qorichaa – Bakka amma yakkaa mika´el xabal, laga qabbana, fi lga daadhii jiran dabalata : Karaa alloo riqicha – Bakka amma Imbasiin engiliz, Imbasiin Jarmany, fi Imbasiin Raashaa jiran dabalata. : Harbuu – bakka amma gurd shoolaa jedhamu dha : Kotabee – Ammas kotabee jedhama : Doqaa Booraa – Bakka amma haya hulat mazoriyaa jedhamu dabalata *Ona Boolee : Garjii – Ammas garjii dhumaan beekama : Bulbulaa – Ammas Bulbulaa dhan beekama : Warra ganuu – Ammas warra ganuun beekama * Ona Teechoo : Golboo – bakka amma Marqos, warshaa qadaaddi (qorkii), qaallitti, qeeraa, gofaa jedhaman ammata. : Lumee – bakka amma bataskaana yooseef jiru kana dabalata : Laaftoo Tumtuu – bakka amma bunnaa bord jedhamu ammata : Jaajaa – bakka amma biheere tsigee jedhamu ammata : Tulluu ejersaa – bakka amma hannaa marizaam jedhamu ammata : Tulluu dheertuu – bakka amma gofaa beetamangist jedhamu ammata : Baaboo – bakka amma addisuu qeeraa jedhamu dabalata : Sammuu Gullallee – bakka amma meettaa darichaa jedhamu ammata * Ona Caffee Annanii : Caffee muudaa – Bakka amma manni murtii ol aanaa jiru (lidataa) ammata :Harbuu – Bakka amma meksikoo, mana barnoota tagbaara id jiru, mana adabaa finfinnee, bakka saar bet jedhamu, bakka geejjaa safar jedhamu, mana barnootaa dajjaa baalchaa, bakka oomisha dhugaatii wazin xajji, bakka oomisha kokaa kollaa dabalata, : Harawaa – bakka amma oomishini haadaa jiru ( qaacaa fabrika) jedhamu dabalata. * Ona Jaarsayu : calcali – bakka amma sar bet jedhamu dabalata : Mardee – bakka amma arogee awropilan marefiza, midir xor, ganda tolasaa, fi raphii jedhaman ammata : Bakkanniisa – bakka amma makkaanisaa jedhamee waamamu dha. * Ona Kolfee : Daalattii – bakka amma qaraniyoo jedhamee waamamu, : Labu – bakka amma siga meeda, taxaq xor safar jedhamu ammata : Xaro – bakka amma axanaa taraa fi faxino darash jedhamu ==Weerara Finfinnee== Hawaasni warra Amaaraa Manzee jalqaba jaarraa 18ffaatti babal'achuu jalqabee, bara Saahile Sillassee, jechuun akaakayyuu Minilik mootummaa dhaabbate. Saahile Sillaaseen Mootummaa Manzee ykn Shawaa bara 1813 amma 1847tti waggaa 34 bite. Waggaa-waggaatti si'a lama ykn sadii Oromoota ollaa isaa turan weeraraa kan ture Saahile Sillaaseen, akkuma bare bara 1843 keessa Finfinnee weerare. Namtichi Major W. C. Harris jedhamu, mootummaa Inglizii irra Saahile Sillaaseetti ergamee, baatii 18f Saahile Sillaasee wajjiin yeroo turetti weerara Saahile Sillaaseen Oromoo irratti geggeessaa ture duukaa deemee argee, hubatee, kitaaba "The Highlands of Aethiopia (1844)", jedhamu barreesse. Harris kitaaba isaa keessatti kutaa ''Bobbaa boojii fi Saaminsaa (saamichaa)'' jedhu jalatti waa’ee Finfinnee yeroo gabaasu "tikeen isaanii, balaa itti dhufaa jiru hin beekne; hidhatanii hin baane; nagaan loonsaanii tiksataa jiru; inni kaan maasiisaa keessaa hojiisaa hojjetataa jira; maatiin isaanii weeddisaa mana bira dalagatu; aduun dhihuuf deemti, lafaaf mukni ifaa ishee gammachuu guddaan waan calaqqisan fakkaata. Garuu osoo aduun hin seenin, badii guddaan biyya kanarra diriirsuuf, warri akka bineensaa nama nyaatan kumaataman itti dhangala’aa jiru" jedhu ture. Saahile Sillaaseen Abbaa lubbuusaatiin yeroo gabaabaaf erga mar'atee booda, gara waraansa isaatti galagalee, "Waaqni abbootii keenyaa, nu haa jabeessu!" jedhee ibiddaa fi meeshaa waraanaan akka Oromoo irratti bobba'an ajaje. Waraanni Amaaraa, otoo Oromoon hinbeekin akka galaanaa ganda Oromoo irra dhangala'e. Oromoota lubbusaanii baasuuf baqatan ari'aa, midhaan ga'ee ala jiru barbadeessaa, loon ala dheedaa jiru ooffachaa biyyaa Oromoo balleessuu eegalan. Ibiddi isaan manaa fi qabeenya naannoo weeraran kanatti qabsiisanii fagoo mul'ata ture. Aarri manaaf midhaan gubatu gama-gamatti lafaaf waaqa kan dukkaneesse ture. Yeroo gabaabaaf erga boqotanii booda biyya Eekkaa Oromoo, kan duraan barbadeessanii dabran keessa, bobbaasaanii itti fufan. Sa'aa 14 farda fi gaangeen gara maayilii 50 erga deemanii booda waraanichi boqotuuf dachaa Eekkaa keessa buufate. Fardii fi gaangeen hiikaman midhaan ga'ee ala dhaabbatu keessa gad-dhiifaman. Loon kuma hedduun lakkaawwamu, karaa dheeraa oofamee kan dhufe walitti qabanii erga iddoo tokkotti itisani booda, Sahle Silaaseen gammachuu guddaan halkan sanaf bakkaa bulu qabate. Wae’ee lafa bulti waraana Amaraa yaggu katabu Harris akkana jedha: Sagaleen lafa bultii isaaniti halkan gutu dhaga’amu waan raajitti: Karaa tokko sagalee loon Oromoo goolamee, iyyaaf booyicha durbaa fi dubartii Oromoo booji’aan itti roorrisaa jiruu yaggu ta’u; kara gara biraa moo kanatti makamee kan gurraa nama dhuuchu, abidda marsee, fooni dheedhi hoori saame nyaachaa 'fukkaraa' fi 'qarartoo' waraani Amaaraa godhaa bulee dha. Sagalee kanatti dabalame hirriba kan nama dhorgu, abidda gamaaf gamatti mandaroota Oromootti gubaa jiru halkan gutuu biyya akka gucaa ibsaa bulusaati jedha. Waggaa 40 caalaa Saahile Sillaaseen Oromoo sama turee bara 1847 keessa ni du'e. Achii booda kan ilma isaa kan Hayilee Melekot tu itti aane. Innis Oromoo hadamsee samuu itti fufe..Garuu bara dheera hin jiraanne. Bara 1855 ni du’e. Waggaa kudhan booddee ilmi isaa Minilik nugusa shawwaa ta'e. Saahile Sillaaseen deebi'e deddeebi'e Ormoo ha wareeru malee, biyya Oromoo qabachuus ta'e keessa turuu hin dandeenye. Qawwee Oromoon hinqabane haa qabatuu malee, Oromoo mo’ee of jallatti bulchuu hindandenyee. Eega kan Saahile Sillaaseen dadhabe Miniliki raawwachuu danda'e. Oromoo weraree saamuu qofaa utuu hinta'in, biyya Oromoo koloneefachuu danda'e. Oromiyaatti mootumaa isa babaldhisaa, Minilik jalqaba bara 1881 dhufee qarree Inxooxxoo irratti teessoo ijaarate. Achi qubachuunsaa lammii Oromoo kan humna Amaraan hin cabin naannoo sana waan jiraniif loltuu isaanirraa of eeguuf ture. Hata'u malee gargaarsa ganntuu lammi kan akka Goobanaa qabatee wagga yartu booda Oromota nannoo Finfinne mo’u danda’e. Egaa kana booda, Minilik Inxooxxoo dha gad bu’e magaalaa isaa Finfinne irratti ijaarachuu kan danda'e. Lafa Oromoo balabatoota Habashaa fi loltuu isaaf hiree, bara baraan magaalaan babal'achaa dhuffe. Ilmaan Oromoo kan kumaatamaan lakkaawaman qe'ee isaaniiti akka buqa'an godhaman. Lammiin Oromooo qe'ee isaaniitii buqa'an hedduun gara kibba deeman. Kaan gara lixaatti godaanan. Wa’ee Finfinnen Menelikiin qabamuu, Oromoo tokko 'Inxooxxoo dhaabatani' jedhee kan aarii isaa geerarsaan dhageessise dhaloota dhalootatti darbee jira. Geerarsisaa akkas jedha: Inxooxxo dhaabatanii Caffee gadi ilaaluun hafe Finifinnee loon geesaani Hora obaasuun hafe Tulluu Daalattii irraatti Yaaiin Gullallee hafe Gafarsattii darbanii Qoraan cabsachuun hafe Hurufa Boombii irraatti Jabbiilee yaasuun hafe Bara jarrii dhufani Loon keenyas indhumani Eddaa Mashashaan dhufee Birmadummaanis hafe! ==Teessuma lafaa== Finfinnee kan argamtu lafa olka'aa 2200 m fi naannoo magariisatti argamti.<ref>{{cite web|url=http://earth-info.nga.mil/gns/html/cntry_files.html |title=NGA: Country Files |publisher=Earth-info.nga.mil |accessdate=5 May 2012 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20120504031911/http://earth-info.nga.mil/gns/html/cntry_files.html |archivedate=4 May 2012 }}</ref> Gara gajjallaa [[Mount Entoto]] fi laga [[Awash River|Awash]] argama. Gara gadi aanaan ammoo kan jiru naannoo [[Bole International Airport]]iti. Finfinneen Kibbaan qixa galaanaatiin 2326m fi 3000m gara [[Entoto Mountains]] Kaabaatiin kan olka'u. ==Qoqqoodama bulchiinsa magaalaa Finfinnee== Bulchiinsi magaalaa Finfinne kutaalee bulchiinsa Magaalaa 10tti qoqqoodamtee bulaa kan jirtuudha. Kutaa Magaalaa 10 fi Aanaale 106 qabdi.<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/site-map |title=Finfinnee city website (site map, see the list in "Sub Cities" section) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20130703072415/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/site-map |archivedate=3 July 2013 }}</ref><ref>{{cite web|url=http://www.unhabitat.org/downloads/docs/9175_77451_Cities_and_CitizensSeries_Addis_casablanca_Lagos.pdf |archive-url=https://web.archive.org/web/20110424214620/http://www.unhabitat.org/downloads/docs/9175_77451_Cities_and_CitizensSeries_Addis_casablanca_Lagos.pdf |dead-url=yes |archive-date=24 April 2011 |title=Article at unhabitat.org (map of Finfinne, page 9) |format=PDF |date= |accessdate=11 December 2013}}</ref> ===Kutaa maagaalaa=== Kutaalee magaagalittii 10 armaan gadii tarreefamaniiru. {| class="wikitable sortable" |- ! style="width:10px;"| Kaaba ! style="width:120px;"| Kutaa Magaalaa ! style="width:50px;"| Baldhina (km²) ! style="width:70px;"| Baayi'ina Ummataa ! style="width:50px;"| Quubsuma ! style="width:40px;"| Kaartaa |- |
1
|'''[[Kutaa Magaalaa Dache Golbaa(Aaddis Katamaa)]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/addis-ketema |title=Addis Ketema page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20121214061013/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/addis-ketema |archivedate=14 December 2012 }}</ref> |
7.41

271,644

36,659.1

[[File:Addis Ketema (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Addis_Ketema_(Finfinne_Map).png]]

2
|'''[[Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/akaky-kaliti |title=Akaky Kaliti page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131016180544/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/akaky-kaliti |archivedate=16 October 2013 }}</ref> |
118.08

195,273

1,653.7

[[File:Akaky Kaliti (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Akaky_Kaliti_(Finfinne_Map).png]]

3
|'''[[Kutaa Magaalaa Araadaa|Arada]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/arada |title=Arada page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20130111095049/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/arada |archivedate=11 January 2013 }}</ref> |
9.91

225,999

23,000

[[File:Arada (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Arada_(Finfinne_Map).png]]

4
|'''[[Boolee Arraabsaa|Boolee]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/bole |title=Bole page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131125164847/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/bole |archivedate=25 November 2013 }}</ref> |
122.08

328,900

2,694.1

[[File:Bole (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Bole_(Finfinne_Map).png]]

5
|'''[[Gullallee]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/gullele |title=Gullele page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131105012355/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/gullele |archivedate=5 November 2013 }}</ref> |
30.18

284,865

9,438.9

[[File:Gullele (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Gullele_(Finfinne_Map).png]]

6
|'''[[Carqoos]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/kerkos |title=Kirkos page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131203150930/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/kerkos |archivedate=3 December 2013 }}</ref> |
14.62

235,441

16,104

[[File:Kirkos (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Kirkos_(Finfinne_Map).png]]

7
|'''[[Kolfee]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/kolfe-keranio |title=Kolfe Keranio page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131203150937/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/kolfe-keranio |archivedate=3 December 2013 }}</ref> |
61.25

546,219

7,448.5

[[File:Kolfe Keranio (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Kolfe_Keranio_(Finfinne_Map).png]]

8
|'''[[Lideta]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/lideta |title=Lideta page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131203151026/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/lideta |archivedate=3 December 2013 }}</ref> |
9.18

214,769

23,000

[[File:Lideta (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Lideta_(Finfinne_Map).png]]

9
|'''[[Laaftoo Tumtuu]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/nifas-silk-lafto |title=Nifas Silk-Lafto page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20130104181414/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/nifas-silk-lafto |archivedate=4 January 2013 }}</ref> |
68.30

335,740

4,915.7

[[File:Nifas Silk-Lafto (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Nifas_Silk-Lafto_(Finfinne_Map).png]]

10
|'''[[Eekkaa]]'''<ref>{{cite web|url=http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/yeka |title=Yeka page (Finfinne website) |publisher=Addisababacity.gov.et |date= |accessdate=11 December 2013 |deadurl=yes |archiveurl=https://web.archive.org/web/20131203151103/http://www.addisababacity.gov.et/index.php/en/sub-cities/yeka |archivedate=3 December 2013 }}</ref> |
85.46

337,575

3950.1

[[File:Yeka (Finfinne Map).png|50px|link=Special:FilePath/Yeka_(Finfinne_Map).png]]
|} == Wabii == ==Geessitu alaa== *[http://www.voicefinfinne.org/AfaanOromo/Seenaa/mb_ao.html Seenaa Finfinne] {{Qoqooddama Itoophiyaa}} {{Oromiyaa}} [[Category:Magaalota Oromiyaa, Itoophiyaa]] [[Category:Magaalota Itoophiyaa]] qkofrexbb7jybded1dqgidfkv75m5ul